1 Peter 1:15 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ammoo Waaqi isin waame woyyuu akkuma te'e, isinille waan gootanu duudi'iin woyyuu te'a'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo waan tolchitani ch'ufa keesa qulqullo taha, akuma Waaqi, ka isani yaame, qulqullo.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo waan tolchitan cufaa keessa qulqulloo tahaa, akkuma Waaqii, ka isan yaame, qulqulloo.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo, «Akkuma inni Woyyuu ta'e, isinillee woyyoota ta'aa'a» jedhamee waan barreeffameef akkuma ka isin waame woyyuu ta'e, isinillee akkasuma jireenna keessan maraanuu woyyuu ta'aa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo, «Akkuma inni Woyyuu ta'e, isinillee woyyoota ta'aa'a» jedhamee waan barreeffameef akkuma ka isin waame woyyuu ta'e, isiniilee akkasuma jireenna keessan maraanuu woyyuu ta'aa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu Waaqinni isin waame Qulqulluu akkuma ta'e, isin'llee jireenna keessan maraan qulqulluuwwan ta'aa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo Waaqi isin waame woyyuu akkuma te'e, isinille waan gootanu duudi'iin woyyuu te'a'a.