1 Peter 1:21 — Compare Translations

5 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isin karaa isaatiin, Waaqa isa du'a keessaa kaasee ulfinna isaa kenne dhugeeffattane; maarre tanaaf dhugeeffanna'aa fi addiin teessan Waaqatti godhattane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro isatiifi isani Waaqa d'ugefattani, ka duisa keesaa isa kaase, guddinna kenneefi; tanaafi d'ugefachaafi abdiini teesanileeni Waaqa ilaalti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan, isaan, Waaqa, ka du'a keessaa isa kaasee, guddinna kenneef dhugeeffattan; tanaaf dhugeeffachaa fi abdiin teessaniilleen Waaqaa ilaalti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Amantiin keessan fi abddiin keessan Waaqaan akka ta'uuf karaa Yesusiitiin isa du'aa ka kaasee fi ulfinna ka isaa kenneen, Waaqaan ni dhaadattan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin karaa isaatiin, Waaqa isa du'a keessaa kaasee ulfinna isaa kenne dhugeeffattane; maarre tanaaf dhugeeffanna'aa fi addiin teessan Waaqatti godhattane.