1 Peter 1:22 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isin dhuga'aaf ajajamiisaan ifi qulqulleessitanee, worra dhibiille jalala dhuga'aatiin jaallataneertan; maarre gadhaa tokkochaan guddisa'aa wol jaaladha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi isani amma d'uga guuttani, suniini ufi qulqulleesitani, ammalle oboleyaani teesani aka dansa jaalattani, garaa keesani ch'ufaani aka dansa woli jaalad'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eegii isan amma dhugaa guuttan suniin ufi qulqulleessitan, ammallee obbolleeyyan teessan akka dansaa jaalattan, garaa keessan cufaan akka dansaa wal jaaladhaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhuga'aaf ajajamma'aa jaalala obbolumma'aa ta uf tuulumma hin qabneen lubbuu teessan qulqulleessa'aa gara'aan jabeessa'aa wol jaaladhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dhuga'aaf ajajamma'aa jaalala obbolumma'aa ta uf tuullumma hin qabneen lubbuu teessan qulqulleessa'aa gara'aan jabeessa'aa wol jaaladhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Amanttootaaf jaalala qajeelumaan guutamtte akka qabaattaniif dhuga'aaf ajajamu'uun lubbuu teessan qulqulleesitanii jirttan, kanaaf onnee teessan guutu'uun ufii keessan jabeessa'aatii, wol jaaladhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin dhuga'aaf ajajamiisaan ifi qulqulleessitanee, worra dhibiille jaalala dhuga'aatiin jaalattaneertan; maarre gadhaa tokkochaan guddisa'aa wol jaaladha'a.