1 Peter 1:23 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isin karaa jecha Waaqaa jiraata'aa fi bara baraan jiraatuutiin, sanyii baddu adoo hin te'iin sanyii hin banne irraa lammoo dhalattaneertan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro dubbi Waaqa ta haga hegeri jirtuufi, ya aka ijoolle didiqo ta abbaafi haati dootuniti ammo ta indoone d'alattani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
dubbii Waaqaa ta haga hegerii jirtuun, isan akka ijoollee didiqqoo abbaa fi haatii dootunittii ammoo ta hindoonee dhalattan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin worri lammeessoo dhalattan fiixaa badu irraa miti. Dubbii Rabbii ka bara baraan jiraatuun fiixaa hin banne irraa dhalattan malee.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin worri lammaffaa dhalattan fiixaa badu irraa miti. Dubbii Rabbii ka bara baraan jiraatuun, fiixaa hin banne irraa dhalattan malee.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Lammaffaa ka dhalattan jiraataa ka ta'ee fi bara baraaf jabaatee dhaabatee ka jiraatu, dubbii Waaqaatiin fiixaa hin banne irraa malee fiixaa baddu irraayyii miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin karaa jecha Waaqaa jiraata'aa fi bara baraan jiraatuutiin, sanyii baddu adoo hin te'in sanyii hin banne irraa lammoo dhalattaneertan.