1 Peter 1:24 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Sababille Barreeffam Woyyichi “Nami foon uffate duudiin akka marraati; ulfinni isaalle akka daraaraa badda'aati; marri hin qoora; daraaraalle hin harca'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma t'aafiini jettu, nami ch'ufti aka buuyo jira, guddinni nama ch'ufti aka daraara buuyo jira; buuyooni godde, daraaraani isii jiga,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkuma barreessiin, “Namii cuftii akka buuyyoo jira, guddinnii nama cufaa akka daraaraa buuyyoo jira; buuyyoon goddeetti, daraaraan isii jiga,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf Kitaabni Woyyuun «Worri foon uffatan maruu akka margaati; ulfinni isaa maruu akka daraaraa raasa'aati; margi hin goga; daraaraanillee hin harca'a;
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaaf Kitaabni Woyyuun «Worri foon uffatan maruu akka margaati, ulfinni isaa maruu akka daraaraa raasa'aati, margi hin goga; daraaraaniillee hin harca'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kitaabnni akka jedhutti, «Ka foon uffatu marrinuu akka margaat, ulfinni isaa marri'llee akka abaaboo raasa'aati, margi'llee ni goga, abaaboon'llee ni harca'a,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababille Barreeffam Woyyichi «Nami foon uffate duudiin akka marraa ti; ulfinni isaalle akka daraaraa badda'aa ti; marri hin qoora; daraaraalle hin harca'a.