1 Peter 1:25 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Jechi Waaqaa ammoo haga bara baraa le'a. Jechi Oduu Gammadaa ka isiniif lallabamelle kana” hin jedha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo dubbini Aabbo haga hegeri teeti. Dubbini Oduuni Dansaani isani d'ufteeni tana.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo dubbiin Aabboo haga jiruu jireennaa jirti” jettu. Dubbiin oduun dansaan isanii dhufteen tana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubbiin Goofta'aa ammo bara baraan jiraata. Dubbiin Nagayaa ka isinitti himamellee kana.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dubbiin Goofta'aa ammoo bara baraan jiraata. Dubbiin Oduu Nagayaa ka isinitti himamellee kana.»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
dubbiin Goofta'aa garuu, bara baraaf jabaatee ni jiraata.» ka isiniif lallabame dubbiin gammachu'uu kana.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jechi Waaqaa ammoo haga bara baraa le'a. Jechi Oduu Gammadaa ka isiniif lallabamelle kana» hin jedha.