1 Peter 1:4 — Compare Translations

6 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akkasuma inni karra guddoo hin banne, yookiin hin aloonne, yookiin hin dulloonne Ol-gubba'atti isiniif qopheesseera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
tanaafi nu aka eeba guddo, Waaqi gumi isaati kakhate argannu inhereganna. Inni eeba suni gubba isanii olkaya, fulla isiini dandeete inshamne, yokhaani inhamaanne, yokhaani ingogonne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
tanaaf nu akka eebba guddoo, Waaqii gumii isaatii kakate argannu inheregannaa. Innii eebba sun gubbaa isanii olkaa, fulaa isiin dandeettee hinshamneef, yokhaan hinhammaanneef, yokhaan hingogonneef.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ristiin kunillee isin worra bara dhumaa worra fayyinna hunna amantii Rabbii eeggattaniif samii isinii taa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni'llee ka hin badinne, ka tajaajilaan ala hin taanee fi qabiyyee hin moofinne sami'itti isiniif qopheesee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma inni karra guddoo hin banne, yookiin hin aloonne, yookiin hin dulloonne Ol-gubba'atti isiniif qopheesseera.