1 Peter 1:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Amma yennaa gabaaddu'uuf haga ilaallatama gara garaatiin gadditanulle, marroo waan kanaa guddoo gammada'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro waan kanatifi gammada, ato amma tana maro gaargala heddu isani argattani lalefattanile.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Adoo ammaa tana waan hedduun gaargaltanii guddoo laleeffattanillee marroo waan kanaatiif gammada.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan guddiftanii gammaddan. Haa ta'uu ammo worqii ibiddaan haga fedhe qoramee badu caalaa amantiin keessan kabajjamaan qorame
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaan guddiftanii gammaddan. Haata'uu ammoo, worqii ibiddaan haga fedhe qoramee baddu caalaa amantaan keessan kabajjamaan qorame hennaa Yesuus Kiristoos deebi'ee dhufu akka gaalata ulfinnaa fi jajamuu isinii ta'u amma ammoo hennaa diqqo'oof qormaata gara garaatiin gadditaniirtan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yoma qormaatonni adda addaa'llee yeroo muraasaaf ka isin rakkisan ta'an'llee, isaan gammadaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma yennaa gabaaddu'uuf haga ilaallatama gara garaatiin gadditanulle, marroo waan kanaa guddoo gammada'a.