1 Peter 1:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isin isa dhagguu dhaddanulle isa hin jaalattan; isin amma isa dhagguu dhaddanulle, isatti dhugeeffattanee gammada gudda'aa fi ulfinna hagana jedhamee hin himanneen gammaddan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani, ato isa inarginile, isa jaalatani, ato amma ilaani ingarrele isa d'ugefatani tanaafi gammada gudda dubbini dandeete imullimneeni qilit'amtani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan, adoo isa hinarginiillee, isa jaalattan, adoo amma ilaan hinagarreellee isa dhugeeffattan tanaaf gammada guddaa dubbiin dandeettee hinmullimneen qiliixamtan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amma yoo womaallee arguu baattan isatti amantanii raawwii amantii keessanii, fayyinna lubbuu teessanii akka fudhattaniin ulfinna hin dhumannee fi gammachu'uun guuttamtanii gammaddan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Amma yoo womaallee arguu baattan isatti amantanii raawwii amantii keessanii, fayyinsa lubbuu teessanii akka fudhattaniin ulfinna hin dhumannee fi gammachu'uun guuttamtanii gammaddan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus Kristosiin worruma hin arginiin'llee yoo taatan'llee ni jaalattaniin, ammuma'llee worra hin argineen yoo taatan itti ni amanttan, jechaan ibisu'uuf ka hin dandanda'aminnee fi ulfinna ulfaateen ni gammaddan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin isa dhagguu dhaddanulle isa hin jaalattan; isin amma isa dhagguu dhaddanulle, isatti dhugeeffattanee gammada gudda'aa fi ulfinna hagana jedhamee hin himanneen gammaddan.