1 Peter 1:9 — Compare Translations
5 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Sababille fayyinna lubbuu teessanii, ka dhugeeffanna'aan eeggattanu fudhattan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro isani baafama lubbu teesani, ka d'ugefachaani fohate abdatu argataniifi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo isan baafama hafuura keessanii, ka dhugeeffachaan foohattee abdattuu argataniif.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Amantii keessaniin'llee ka eegiddaniin fayyinna lubbuu keessan ni ariggattan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababille fayyinna lubbuu teessanii, ka dhugeeffanna'aan eeggattanu fudhattan.