1 Peter 2:1 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yoona hammeenna duudii, maltummaa duudii, kijibummaa, hinaaffa'aa fi hamii duudii irraa ifi fageessa'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hameenna ch'ufa lakisa; nama insobina, inkiyyibiina, wolinqot'isiina, wolinarabsiina!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Hameenna cufaa lakkisaa; nama hin sobinaa, olufi hinfuudhinaa, walhinqoxxisinaa, maqaa walhinxureessinaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegasuu hammeenna, dhara, uf jajuu, hinaaffa'aa fi hamii mara uf keessaa balleessa'aatii,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eegasuu hammeenna, dhara, uf jajuu, hinaaffa'aa fi hamii mara uf keessaa balleessa'aatii,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa hammeenna mara, sobuu mara, fakkeessitummaa, hinaaffaa, hama bifa kamiituu dhabamissiisaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoona hammeenna duudii, maltummaa duudii, kijibummaa, hinaaffa'aa fi hamii duudii irraa ifi fageessa'a.