1 Peter 2:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Gootta'aaf jedha'aatii lafa tanatti worra baallii qabu maraaf: mootii moototaa ka ballii ol aantuu qabuuf,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro maqa Aabbootiifi aadafi seera nami baasu ch'ufa guuta: Hayyu ka waan ch'ufa harkaa qabuufi
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo maqaa Aabbootiif aadaa fi seera namii baasu cufa guutaa. Hayyuu ka waan cufa harkaa qabuu fi
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Goofta'aaf jedha'aatii worra baallii qabu maraafuu ajajamaa'a; mooti'iillee yoo ta'e baallii guddaa waan qabuuf,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Goofta'aaf jedha'aatii worra baallii qabu maraafuu ajajamaa'a; mooti'iillee yoo ta'e baallii guddaa waan qabuuf,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waayee Gooftaa Yesusiitiif jedha'aatii aangoon ka kennameef jaarmiyaa ummataatiif ajajamaa, aangoo qabaataa ol aanaa waan ta'eef, nugusaaf'llee ajajamaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gootta'aaf jedha'aatii lafa tanatti worra baallii qabu maraaf: mootii moototaa ka baallii ol aantuu qabuuf,