1 Peter 2:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Sababille Waaqi akka isin waan dansaa hujaa, haasowa worra gowwoole'ee afaan qabachiittanu barbaada.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fed'iini Waaqa tana: aka isani hasaa daalluma, ka worra woma imbeenne, huji teesani dansaani ch'allisiiftani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Fedhiin Waaqaa tana, akka isan haasaa daallumaa, ka warra homaa hinbeennee, hujii teessan dansaan callisiiftan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan mishaa huja'aa gowwoota waan faayidaa hin qabne hojjatan akka cadhisan taasisuun fedha Rabbii waan ta'eef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan mishaa huja'aa gowwoota waan faayidaa hin qabne hojjatan akka cadhisan taasisuun fedha Rabbii waan ta'eef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waan mishaa raawwachu'uun haasaya worra gowwa'aa ka beekkomissa malee haasayamu akka caldhisiifttaniif, fedha Waaqaati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababille Waaqi akka isin waan dansaa hujaa, haasowa worra gowwoole'ee afaan qabachiittanu barbaada.