1 Peter 2:17 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nama duudii ulfeessa'a; dhugeeffattoota jaaladha'a; Waaqa sodaadha'a; mootii ulfeessa'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama ch'ufa ch'eera, oboleyaani ta d'ugefatte jaalad'a, Waaqa sodaad'a, hayyulee ch'eera.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nama cufaa ceeraa, obboleeyyan dhugeeffatte jaaladhaa, Waaqaa sodaadhaa, hayyuullee ceeraa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nama maraa kabajjaa'a, obboleewwan jaaladhaa'a, Rabbiin sodaadhaa'a, mootii kabajjaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nama maraa kabajjaa'a, obboleewwan jaaladhaa'a, Rabbiin sodaadhaa'a, mootii kabajjaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nama maraa kabajaa, obboleeyyan maraa jaaladhaa, Waaqa sodaadhaa, nugusa kabajaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nama duudii ulfeessa'a; dhugeeffattoota jaaladha'a; Waaqa sodaadha'a; mootii ulfeessa'a.