1 Peter 2:18 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isin worri garbooleen goottota teessaniif ulfinnaan ajajama'a; goottota dansa'aa fi qajeelota calla'aaf adoo hin te'in, hamaaleyyi'iifille ulfinnaan ajajama'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani hojattuleeni, abbooti teesani guuta saalfad'a ch'eerafi, worra laanaa ka isanii nahu ch'allaaniti, ammo ka isanii innaanele.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isaniin tisseelleen, abbootii teessani saalfadhaa, warra laanaa ka isanii na'uu callaanitii, ammoo ka isanii hin naaneelle seera warraa guutaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garboota! Isinillee worra isin bulchan misha'aaf gara laafeyyii callaa uduu hin taane akkasuma worra hammeeyyi'iillee sodaa gudda'aan isaanii ajajamaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Garboota! Isinillee worra isin bulchan misha'aaf gara laafeeyyii callaa uduu hin taane akkasuma worra hammeeyyi'iillee sodaa gudda'aan isaanii ajajamaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin tajaajilttoota nana bulchitoota keessaniif kabajaan ajajamaa, ka ajajamittan'llee mishaawwanii fi gara laafeyyii qofaaf uduu hin ta'in, hamaaleyyi'iif'le'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin worri garbooleen goottota teessaniif ulfinnaan ajajama'a; goottota dansa'aa fi qajeelota calla'aaf adoo hin te'in, hamaaleyyi'iifille ulfinnaan ajajama'a.