1 Peter 2:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqaaf jettanee, rakkoo sababa malee isin dhaqqaddu yoo ossitane, inni isin hin eebbisa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi yo isani waan fed'i isaa guutanifi, gaargala isani himmalini argatani, Waaqi isani eebisa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf yo isan waan fedhii isaa guutaniif, gaargala isanii hinmalin argatanii, Waaqii isan eebbisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni dharaan rakkoon irra gayu; Rabbiin yaadata'aa gadda ufii san yoo obse hin galatoonfama.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni dharaan rakkoon irra gayu; Rabbiin yaadata'aa gadda ufii san yoo obse hin galatoonfama.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Naminni ka galateeffatamu akka male'een rakkinna yoo fudhatu waayee Waaqaatiif jedhee, yoo obisse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqaaf jettanee, rakkoo sababa malee isin dhaqqaddu yoo ossitane, inni isin hin eebbisa.