1 Peter 2:21 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi waan kanaaf isin waame; Kiristoos ammoo isiniif rakkatee isa faana akka horddottanu fakkeenna isiniif te'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kanati Waaqi isani yaame; wonti akasitiifi Kristoni duri maro teesaniifi gaargale akheekha isanii tahe, aka isani faana isaa gula yaatani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan kanaatti Waaqii isan yaame; wantii akkasitiif Kiristoon durii akka isan faana isaa gula yaatan marro teessaniif gaargalee akeeka isanii tahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti waamamtaniif kana waan ta'eef akkasuma Kiristoosiin faanaa akka deemtaniif fakkeenna isinii ta'ee waan keessaniif waan rakkinni isa irra gayeef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Wonti waamamtaniif kana waan ta'eef akkasuma Kiristoosiin faanaa akka deemtaniif fakkeenna isinii ta'ee waan waan keessaniif rakkinni isa irra gayeef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka waamamittaniif'llee kanumaaf, fakkeennummaa isaa akka horddofttaniif Kristos waayee keessaniif rakkinna fudhachu'uun, fakkeenna taatanii jirttan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi waan kanaaf isin waame; Kiristoos ammoo isiniif rakkatee isa faana akka horddottanu fakkeenna isiniif te'e.