1 Peter 2:25 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isin akka hoolee karaa irraa baddee joonjaa turtane; amma ammoo gara tisse'ee fi eegaa lubbuu teessanii deebitaneertan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani qara aka hooliye kara iraa badde jirtani; ammo amma ya Tissitufi Qorqorattu lubbu teesaniti deebitani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan qara akka hooliyyee karaa irraa baddee jirtan; amma ammoo ya tissituu fi qorqorattuu lubbuu teessanitti deebitan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin akka hoolota karaa irraa baddee taatanii turtan. Amma ammo gara tisse'ee fi eedduu lubbuu teessanii deebitaniirtan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin akka hoolota karaa irraa baddee taatanii turtan. Amma ammoo gara tisse'eef eedduu lubbuu teessanii deebitaniirtan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin akka hoolota baddee titti asii fi achi ni jettan ture, amma garuu gara tissicha lubbuu keessaniitii fi eegaa keessan, deebitanii jirttan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin akka hoolee karaa irraa baddee joonjaa turtane; amma ammoo gara tisse'ee fi eegaa lubbuu teessanii deebitaneertan.