1 Peter 2:3 — Compare Translations

6 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isin akka Goottaan arjaa te'e waan beettaneertanuuf tana hin gootan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi isani ya arjooma Waaqaa gartani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif isan ya arjooma Waaqaa gartan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
akka daa'imman amma dhalattee aannan soxxuutitti dubbii Rabbii ka dhara hin qabne dharra'aa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Hawwu'uuf ka dandeettan'llee, «Gooftaan arjjoomaa ta'uu isaa beekittanii yoo jiraattan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin akka Goottaan arjaa te'e waan beettaneertanuuf tana hin gootan.