1 Peter 2:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre gara dhakaa jiraata'aa, gara Goottaa Yesuusii dhiyaadha'a; Inni dhakaa namaan tuffatamee Waaqaan filatamee gatii guddoo qabu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gara Aabbo koota, inni d'akha jiru ka biyyiti ch'ufti didde, ammo Waaqi fohate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gara Aabboo koottaa, innii dhakaa jiraata, fuula Waaqaa duratti gatii guddoo qabu, ka biyyitii cuftii diddee, ammoo Waaqii foohate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gara dhagaa jiraataa namaan jibbamee; ka Rabbiin biratti ammo kabajjamaa ta'ee filatameetitti dhiyaata'aa,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gara dhagaa jiraataa namaan jibbamee ka Rabbiin biratti ammoo kabajjamaa ta'ee filatameetitti dhiyaata'aa,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf dhagaa jiraataa gara ka ta'ee gara Gooftaa Yesusii dhiyaadhaa, dhagaan kun ka namoonni tuffatanii dhiisaniin, Waaqa biratti garuu ka filaatamee fi gatii ulffaataa ka qabu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre gara dhakaa jiraata'aa, gara Goottaa Yesuusii dhikaadha'a; Inni dhakaa namaan tuffatamee Waaqaan filatamee gatii guddoo qabu.