1 Peter 2:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isin hayyoota woyyuu te'uuf, ciincaa ayyaanaa ka karaa Yesuus Kiristoosiitiin Waaqa duratti fudhatama qabu dhikeessiisaaf, akka dhakaa jiraata'aa ijaarsa galma ayyaanaatiif te'a'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka d'akha jiru koota, aka mana lubbutiini isani jaarani, aka qaalole qulqullo taatani, sorio dansa ta Waaqi fed'u Aabbo Yeso Kristo keesa baaftani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka mana hafuuraa isan jaaranii, qaallolee qulqulloo taatanii, sooriyoo dansaa, ta waaqii fedhu, karaa aabboo Yesus Kiristootiin dhiyeessitan, akka dhakaa jiraataa tahaa koottaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isinillee akkasuma akka dhagaa jiraata'aa taatanii Yesuus Kiristoosiin keessaa ciincaa Ayyaanaa ka Rabbiin gammachiisu dhiyeessu'uuf gadoota woyyuu akka taatan mana jireenna Ayyaanaa ta'u'uuf ijaaramaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isiniilee akkasuma akka dhagaa jiraata'aa taatanii Yesuus Kiristoosiin keessaa ciincaa Ayyaanaa ka Rabbiin gammachiisu dhiyeessu'uuf gadoota woyyuu akka taatan mana jireenna Ayyaanaa ta'u'uuf ijaaramaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gara Gooftaa Yesusii ka dhiyaattan'llee, akka dhagaayyii jiraattotaa mana hafuuraa taatanii ijaaramu'uuf, bifa kanaan karaa Yesus Kristositiin ciinccaa ka gammachiisu ciinccaa Waaqaa dhiyeessu'uuf, qeesota Qulqulluuwwan ni taatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin hayyoota woyyuu te'uuf, ciincaa ayyaanaa ka karaa Yesuus Kiristoosiitiin Waaqa duratti fudhatama qabu dhikeessiisaaf, akka dhakaa jiraata'aa ijaarsa galma ayyaanaatiif te'a'a.