1 Peter 2:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isin worra dhugeeffattanuuf dhakaan kun dhakaa gatii guddo'ooti; worra hin dhugeeffanneef ammoo, “Dhakaan worri mana ijaaru tuffate, dhakaa dhakaa maraa caalaa barbaadamu te'e” jedha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi isani worra d'ugefatu, d'akhaani kunini d'akha jaba; ammo worra ind'ugefanne: D'akhaani ijartuuni tuffate dide yayu d'akha jaba tahe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf isan warra dhugeeffatuu, dhakaan kunin dhakaa jabaa; ammoo warra hindhugeeffannee. “Dhakaan jaartuun tuffattee diddee, yaayyuu dhakaa jabaa tahe” jetti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegasuu ulfinni isin worra amantaniif; worra hin amannee ammo, «Dhagaan ogeeyyiin mana ijaaran gatan sun, dhagaa bu'uura ijaarsaa, dhagaa guutu'uutii fi siidaa gufachiisaa ta'e»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eegasuu ulfinni isin worra amantanii fi worra hin amannee ammoo, «Dhagaan ogeessoonni mana ijaaran gatan sun, dhagaa handhuura ijaarsaa, dhagaa guutu'uutii fi siidaa gufachiisaa ta'e»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa isin worra amanttaniif dhagaan kun kabajama'a, ka hin amanneef garuu, «Dhagaan worri kaabdotaa tuffaatanii gatan, dhagaa cabssata mata'aa ni ta'e.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin worra dhugeeffattanuuf dhakaan kun dhakaa gatii guddo'ooti; worra hin dhugeeffanneef ammoo, «Dhakaan worri mana ijaaru tuffate, dhakaa dhakaa maraa caalaa barbaadamu te'e» jedha.