1 Peter 2:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akkasuma Barreeffami Woyyichi dhibiin, “Dhakaan nama gufachiisu, rassaa nama jissu hin te'a” jedha. Isaan Jecha Waaqaatiif waan ajajamuu dhabaneef hin gufatan. Kun duraanuu waan isaaniif yaadameeru.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
T'aafiini d'ibileeni waan jettu: D'akhaani nama gufachiisu kana, d'akha nama buusu. Worri waan dubbi ind'ugefatiiniifi gufata; wonti Waaqi worraa herege tana.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Barreessiin dhibiilleen, “Dhakaan nama gufachiisu kana, Siidaan nama buusulleen isuma” jetti. Warrii waan dubbii hin dhugeeffatiniif gufataa; wantii Waaqii warraa herrege tana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan worra hin amanne waan ta'aniif dubbii isaatiin gufatan. Isaanillee worra kufaati'iif qophaayan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan worra hin amanne waan ta'aniif, dubbii isaatiin gufatan. Isaanillee worra kufaati'iif qophaayan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dabalee'llee, «Kunoo! Dhagaan namoota gufachiisu, Kunoo! namoota gufachiisee dhagaan kuffisu» ni jedha. Isaan'llee dubbii isaa amanuu dhabuu isaaniitiin ni gufatan, durssanii'llee isaan kanaaf worra ramadaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma Barreeffami Woyyichi dhibiin, «Dhakaan nama gufachiisu, rassaa nama jissu hin te'a» jedha. Isaan Jecha Waaqaatiif waan ajajamuu dhabaneef hin gufatan. Kun duraanuu waan isaaniif yaadameeru.