1 Peter 3:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni hammeenna irraa garagalee dansaa godhuu ti. Nageya barbaaduu ti; hordofatuutille'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni hameenna iraa deebie, waan dansa tolchu male, ammalle nagaya jabeese barbaadu male.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii hameenna irraa deebi'ee, waan dansaa tolchuu male, ammallee jabeessee nagaa barbaaduu male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni hamaa irraa haa fagaatuu; waan mishaa haa hojjatuu, soqatee faanaa haa deemu,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni hamaa irraa haa fagaatuu, waan mishaa haa hojjatuu, soqatee faanaa haa deemu,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waan hamaa irraa haa fagaatu, waan mishaa haa raawwatu, nagaya haa barbaadu, haa horddofuun'lle'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni hammeenna irraa garagalee dansaa godhuu ti. Nageya barbaaduu ti; hordofatuutille'e.