1 Peter 3:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ilti Gootta'aa gara worra balchootaa ilaalti; gurri isaalle daadimata isaanii hin dhage'a; worra hantuu godhutti ammoo nyaara guura” jedha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi Aabbooni ila ufitiini worra d'uga qorqorate, gurra ufitiini hojja ch'ufa kad'acha worraa d'agaya; ammo worra hameenna tolchu inni dudda iti gargala.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif, ilti Aabboo warra qajeelaa qorqoratii, gurrii isaalleen yo cufa kadhachaa warraa dhagaa; ammoo warra hameenna tolchu innii itti dallana” jetti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijji Goofta'aa gara worra qajeellotaa laalti; gurri isaallee kadhaa isaanii waan dhagayuuf; fuulli isaa ka aari'ii, gara worra waan hamaa hojjatuuti.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ijji Goofta'aa gara worra qajeellotaa laalti; gurri isaallee kadhaa isaanii waan dhagayuuf; fuulli isaa ka aari'ii, gara worra waan hamaa hojjatuuti.»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ijji Goofta'aa, gara Qulqullu'uu ni laalan, gurri isaa'llee kadhannaa isaanii dhagayu'uuf banamanii jiran, hamaa raawwatoota irratti garuu, Gooftaan fuula isaa ka dallansu'uu ni mulidhisa.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilti Gootta'aa gara worra balchootaa ilaalti; gurri isaalle daadimata isaanii hin dhage'a; worra hantuu godhutti ammoo nyaara guura» jedha.