1 Peter 3:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waan dansaa godhiisaaf yoo hinaattane ka isin irratti hantuu huju eennu?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eentu wo isani tolcha, yo isani waan dansa guddo tolchu feetani?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo isan waan dansaa guddoo tolchuu feetan eentu wa isan tolcha?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan mishaa godhu'uuf yoo hinaaftan, ka isin rakkisu eennu?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan mishaa godhu'uuf yoo hinaaftan, ka isin rakkisu eennu?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waan mishaa raawwachu'uuf yoo jabaattan, miidhaa isin irraan ka gayu eennu?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan dansaa godhiisaaf yoo hinaattane ka isin irratti hantuu huju eennu?