1 Peter 3:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waan dansaa hujiisaan rakkoo yoo fudhattanelle eebba hin dhaggattan; sossodaachisiisa namaa hin sodaatina'a; hin raafaminaalle'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo waan dansa tolchitani, isani gaargalchanile, ayyaana keesani! Nama insodaatiina, garaa ufi ind'aaniina.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo yo waan dansaa tolchitanii, isan gaargalchaniillee, milkii teessan! Nama hinsodaatinaa, garaa ufi hindhaaniinaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo waan mishaa hojjata'aa yoo rakkoon isin irra gaye isin eebbifamtoota sodaachisaa isaanii hin sodaatinaa'a; hin raafaminalle'e.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo waan mishaa hojjata'aa yoo rakkoon isin irra gaye, isin eebbifamtoota sodaachisaa isaanii hin sodaatinaa'a hin raafaminalle'e.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waan mishaa raawwachu'uun rakkinna yoma fudhattan'llee eebba ni argattan, dhaadata namootaa hin sodaatinaa, hin sarddaminalle'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan dansaa hujiisaan rakkoo yoo fudhattanelle eebba hin dhaggattan; sossodaachisiisa namaa hin sodaatina'a; hin raafaminaalle'e.