1 Peter 3:16 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ammoo deebiin teessan qajeelumma'aa fi kabajja'aan teetuu ti. Ka Kiristoosii waan teetaneef, amala dansaa keessan worri hammeessee dubbatu hantuu dubbataneen akka qaanowanu wodanaa dansaa qabaadha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qalbi teesani qulqullefad'a, aka yo isani arabsani nami maro isani adaba dansaani Kristo gula yaataniifi hameenna isaniti dubbatu ch'eeru.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo garaa laafinnaatii fi ka ceeratiin tolchaa. Akka yo isan arabsan namii marroo isan adaba dansaan Kiristoo gula yaataniif hameenna isanitti dubbatu ceeru, qalbii teessan qulqulleeffadhaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jireenna keessan mishaa isin Yesuus Kiristoosiin keessaan qabdan akka waan isin waan hamaa gootaniititti namoonni isin hamatan akka saalfatan isin yaada mishaa qabaadhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Jireenna keessan mishaa isin Yesuus Kiristoosiin keessaan qabdan akka waan isin waan hamaa gootaniititti namoonni isin hamatan akka saalfatan, isin yaada mishaa qabaadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Deebiin keessan garuu gara laafnnaa fi kabaja'aan haa ta'u, ka Kristosii ta'uu keessaniin amala mishaa qabddan irratti hamaa namoonni dubbatan, haasaya hamaa isaaniitiin akka saalifataniif sammuu mishaa qabaadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo deebiin teessan qajeelumma'aa fi kabajja'aan teetuu ti. Ka Kiristoosii waan teetaneef, amala dansaa keessan worri hammeessee dubbatu hantuu dubbataneen akka qaanowanu wodanaa dansaa qabaadha'a.