1 Peter 3:17 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yoo fedha Waaqaa te'e, hantuu hujiisaan rakkinna fudhatu'uu mannaa, waan dansaa hujaa rakkinna fudhatuu woyya.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi guddo ira dansa, yo waan dansaafi gaargalani, fulla waan hamtuufi gaargalani, yo isiini fed'i Waaqaa taate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan hamtuu tolchanii gaargalu biraa yo fedhii Waaqaa taate, waan dansaa tolchanii gaargalan wayya.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fedhiin Rabbii eega akkana ta'e, hamaa hojjachu'uun rakkachu'uu mannaa mishaa gootanii rakkachuu woyya.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Fedhiin Rabbii eega akkana ta'e, hamaa hojjachu'uun rakkachu'uu mannaa, mishaa gootanii rakkachuu woyya.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Fedhii Waaqaa yoo ta'e, isinii waan hamaa raawwachu'uun rakkinna fudhachuu irra, waan mishaa raawwachu'uun rakkinna yoo fudhattan isinii woyya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoo fedha Waaqaa te'e, hantuu hujiisaan rakkinna fudhatu'uu mannaa, waan dansaa hujaa rakkinna fudhatuu woyya.