1 Peter 3:19 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni Ayyaanuma saniin dhaqee ayyaanota mana hidhaa keessa jiranuuf lallabe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba lubbuuni isaa d'at'e lubbu hid'aansa keesa jirtuleti hasoofte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Hafuurii isaa dhaqeeti hafuura hidhaansa keessa jiruulleetti haasaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni Ayyaanuma saniin deemee lubbuu mana hidha'aa keessa jiranitti Dubbii Nagayaa hime.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni Ayyaanuma saniin deemee lubbuu mana hidha'aa keessa jiranitti Oduu Nagayaa hime.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Hafuuruma saniin gara lubbuuwwan mana hidhaa keessa jiranii deemee, dubbii gammachu'uu isaanitti ni hime.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni Ayyaanuma saniin dhaqee ayyaanota mana hidhaa keessa jiranuuf lallabe.