1 Peter 3:2 — Compare Translations
6 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Sababille isaan qulqullumma'aa fi amala dansaa keessan yennaa dhaggane tana godhan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
worri adaba keesani dansaafi qulqullo arge maacha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii adaba keessan dansaa fi qulqulloo argee maacha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee qulqullinnaa fi sodaa jireenna keessan keessatti Rabbiif qabdan arganii akkasuma godhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Fudhatamuuf' ka danda'aman'llee qulqulluu ka ta'ee fi nama kabajaa ka ta'e jireenna isaanii yoo arganitti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababille isaan qulqullumma'aa fi amala dansaa keessan yennaa dhaggane tana godhan.