1 Peter 3:20 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ayyaanoti mana hidha'aa keessa jiranu sun, bara Nohi hoboloo guddittii ijaarrate adoo Waaqi ossataan isaan eegiisatti jiruu worra ajajama didane. Worri bisaan badi'ii irraa hafe, nama saddeet ka hoboloo guddittii keessa seene qofa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lubbuuni tuni ta worra Waaqa ch'aqasu dide, gaafa inni, ato Nuhuni hobolo jaaratu obsaani eege. Nama saddeeti ka hobolo keesa jiru ch'allati bahe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Hafuurii hidhaansa jiru kunin ka jara Waaqaa caqasuu didee, gaafa innii, adoo Noohii hobooloo jaarratuu obsaan eege. Nama saddeeti ka hoboloo keessa jiru callaatti bahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni hagoon sun lubbuu nama saddeetii badii bisaanii ka hennaa Noohi markaba qopheesse badii jalaa bayan. Hennaa obsa Rabbii ka bara Noohii san kuuwwan ammo hin ajajamne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namoonni hagoon sun lubbuu nama saddeetii badii bisaanii ka hennaa Nohi markaba qopheesse badii jalaa bayan. Hennaa obsa Rabbii ka bara Nohii san kuuwwan ammoo hin ajajamne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Sunniin mana hidha'aa ka turan jinniiwwan, duri bara Nohii titti dooniin yoo qophaayu, Waaqinni obissaan isaan yeroo eega'aa jirutti, hin ajajaminnu worra jedhan. Doonii san keessatti galanii karaa bishaaniitiin ka fayyan, laakkofssi isaanii saddeeti ka ta'e namoonni muraasa qofa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ayyaanoti mana hidha'aa keessa jiranu sun, bara Nohi hoboloo guddittii ijaarrate adoo Waaqi ossataan isaan eegiisatti jiruu worra ajajama didane. Worri bisaan badi'ii irraa hafe, nama saddeet ka hoboloo guddittii keessa seene qofa.