1 Peter 3:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan akkuma Saaraan Abrahaamiin, “Goottaa kiyya” jedhaa ajajanteef ajajamane. Isinille amma dansaa godhaa waan tokkolle yoo sodaatuu dhaddanne ijoollee isi'iiti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sarani duri akasi taate; isiini Abrahamu ch'eerte aka Abba ufi heregatte. Isani amma ijoolle isii taatani, yo waan dansa tolchitani woma insodaanne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Saaraan durii akkas taate; isiin Abraahamii ceertee akka Abbaa ufii herregatte. Isan amma ijoollee isii ka yo waan dansaa tolchite homaa hinsodaanne taatan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma Saaraan Abrahaamiin, «Gooftaa kiyya» jettee waama'aa isaa ajajamte; isinillee ammo waan nama naasisu tokko uduu hin sodaanne waan mishaa yoo gootan ijoollee isi'iiti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkasuma Saaraan Abirahaamiin, «Gooftaa kiyya» jettee waama'aa isaa ajajamte, isinillee ammoo waan nama naasisu tokko uduu hin sodaanne waan mishaa yoo gootan ijoollee isi'iiti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka ajajaman'llee Saaraan Abrahaamiin, «Gooftaa kiyya!» jedha'aa ni ajajamittiif akka bifa turtteeti, isin'llee waan mishaa ta'e yoo raawwattanii fi wonitti sodaachisu tokko uduu isin naasisuu dhabaatee, ijoollee isi'iiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan akkuma Saaraan Abrahaamiin, «Goottaa kiyya» jedhaa ajajanteef ajajamane. Isinille amma dansaa godhaa waan tokkolle yoo sodaatuu dhaddane ijoollee isi'ii ti.