1 Peter 3:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Muumme irratti, isin duudiin yaada tokkoon wolii gala'a; woliif dhiiga'a; akka obboleeyyanii wol jaaladha'a; arjoole'ee fi worra ifi gad qabu te'a'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbi buufata: herega takafi garaa taka qabaachu maltani; aka oboleyaani woli jaalad'a, woli naha, woli saalfad'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dubbii buufataa herrega takkaa fi garaa takkaa qabaachuu maltan; akka obboleeyyanii waljaaladhaa, walii na'aa, walii saalfadhaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waa maraanuu isin martinuu yaadaan tokko ta'aa'a. Rakkoon nama biraa akka waan keessan ta'eetitti laakkayaa'a. Akka obboleewwaniititti wol jaaladhaa'a, gara laafeyyi'ii fi kasoo ta'aa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waa maraanuu isin martinuu yaadaan tokko ta'aa'a. Rakkoon nama biraa akka waan keessan ta'eetitti laakkayaa'a. Akka obboleewwaniititti wol jaaladhaa'a, gara-laafeyyi'iif kasoo ta'aa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waan hafeen marri keessanuu ufii keessan wolii galu'uun jiraadhaa, rakkinna nama bira'aa akka mataa keessan taasisa'aatii laakkayaa, jaalala obbolumma'aatiin wol jaaladhaa, mishaawwanii fi gara laafeyyii ta'aa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muummee irratti, isin duudiin yaada tokkoon wolii gala'a; woliif dhiiga'a; akka obboleeyyanii wol jaaladha'a; arjoole'ee fi worra ifi gad qabu te'a'a.