1 Peter 3:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Eebbisa'a malee, hammeenna hammeennaan, arraba arrabaan hin deebisina'a; sababille isin waan akkasii kana godhiisaan eebba akka dhaaltanuuf waammantane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama waan hamtu isani tolche waan hamtu intolchiina; nama isani abaare inabaariina, ammo eebisaafi; wonti akanatiifi Waaqi, gaafa isani yaame, Eeba isanii kenna jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nama waan hamtuu isan tolche waan hamtuu hintolchiinaa; nama isan arrabse hinarbisinaa, ammoo eebbisaa; wantii akkanaatiif Waaqii, gaafa isan yaame, eebbaaf isani yaame.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hamaa hama'aan yookaan nama isin arrabse arrabaan hin deebisinaa'a; bikka san isaan eebbisaa'a; eebba dhaalu'uuf waan waamamtaniirtaniif.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hamaa hama'aan yookiin nama isin arrabse arrabaan hin deebisinaa'a; bikka san isaan eebbisaa'a, eebba dhaalu'uuf waan waamamtaniirtaniif.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eebbisaa malee hamaa bakka hama'aatiif, arraba'llee bakka arrabaatiif hin deebisinaa, isin ka waamamittan kana raawwachu'uun eebba dhaalu'uuf,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eebbisa'a malee, hammeenna hammeennaan, arraba arrabaan hin deebisina'a; sababille isin waan akkasii kana godhiisaan eebba akka dhaaltanuuf waammantane.