1 Peter 4:1 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Eega Kiristoos nafa ifiitiin rakkate, isinille akka nama meya woraanaa hidhatee yaada kanaan jabaadha'a; sababille nami nafa ifiitiin rakkatu cubbuu dhiiseera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro Kristoni nafaani gaargaleefi, isanileeni herega suniini ufi jabeesu maltani: wonti akanatiifi nami nafaani gaargale tokoleeni iti deebie daba keesa inseenu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo Kiristoon nafaan gaargaleef, isaniilleen herega suniin ufi jabeessuu maltan wantii akkanaatiif namii nafaan gaargalee tokkoolleen itti deebi'ee daba keessa hinseenu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegasuu ammaa achi bara jireenna keessanii ka lafa irraa akka hawwii foonii uduu hin ta'in akka fedhii Rabbiititti jiraadhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eegasuu ammaa achi bara jireenna keessanii ka lafarraa akka hawwii foonii uduu hin ta'in akka fedhii Rabbiititti jiraadhaa'a. Isinillee akkasuma akka nama mi'a woraanaa hidhateetitti yaada kanaan jabaadhaa'a. Namni rakkate, nafa ufiitiin cubbuu hojjachuu dhiiseera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kristos fooniin rakkinna ka fudhate waan ta'eef, isin'llee akka nama meeshaa woraanaa hidhatee titti yaada kanaan jabaadha'aatii qophaayaa, foon isaatiin rakkinna naminni fudhate, hojjachuu addaan kutee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eega Kiristoos nafa ifiitiin rakkate, isinille akka nama meya woraanaa hidhatee yaada kanaan jabaadha'a; sababille nami nafa ifiitiin rakkatu cubbuu dhiiseera.