1 Peter 4:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akka towataa addatamaa kennansa Waaqaa ka adda addaa hujii irra oolchu tokkoo, tokko tokkoon keessan kennansa adda addaa ka Waaqa irraa fudhataneen wol tajaajila'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami ch'ufti ya Waaqa iraa eeba argate. Duuba inni eeba suni ha jabeese nama ch'ufaani qarqaaruti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii cuftii ya Waaqaa irraa kennamsa naasuu argate. Duuba innii kennamsa sun ha jabeessee nama cufaan gargaarutii.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka tooyataa amanama'aa ka kennaa Rabbii ka adda addaa hujii irra oolchuu tokkootitti isin maruu kennaa Rabbiin irraa argattan kanaan wol tajaajilaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akka tooyataa amanama'aa kennaa Rabbii ka adda addaa hujii irra oolchuu tokkootitti isin maruu kennaa Rabbiin irraa argattan kanaan wol-tajaajilaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kennaan Waaqaa ka bilisaa ka adda addaa amanammuma'aan bulichu'uun, isin keessaa tokkoon tokkoon akkaataa kennaa isaa ka bilisaa ka isaa kennameetiin, ka bira'aa haa tajaajilu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka toowataa addatamaa kennansa Waaqaa ka adda addaa hujii irra oolchu tokkoo, tokko tokkoon keessan kennansa adda addaa ka Waaqa irraa fudhataneen wol tajaajila'a.