1 Peter 4:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nami lallabu akka Jecha Waaqaatitti lallabuu ti; ka tajaajilu hunna Waaqi isaaf kenneen tajaajiluu ti; maarre Waaqi waan duudi'iin karaa Yesuus Kiristoosiitiin hin galatateeffama. Isaaf ulfinnii fi hunni baraa haga bara baraatitti te'u! Ameen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami wo barsiisu ha dubbuma Waaqaa barsiisuti; nami hojatu ha jabeenna Waaqi kennufiini hojatuuti; aka waan ch'ufa keesati Waaqa faarsani, Yeso Kristo, ka guddinnaafi jabeenna haga hegeri qabu keesa. Amini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii wa barsiisuu ha dubbuma Waaqaa barsiisutii; namii wa hojjatuulleen ha jabeenna Waaqii kennuufiin hojjatuutii; akka waan cufaan Waaqii karaa Yesus Kiristootiin ulfinna argatu. Yesus Kiristoo, guddinnaa fi jabeennii haga jiruu jireennaallee ha ta'u. Ee'e jenne!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni kamuu yoo dubbatu akka dubbii Rabbiititti haa dubbatuu. Ka tajaajilu, hunna Rabbi naa kenneen jedhee haa tajaajiluu. Ulfinnaa fi baalliin baraa haga bara baraatitti karaa Yesuus Kiristoosiitiin Rabbiif haa ta'u! Amiin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni kamuu yoo dubbatu akka dubbii Rabbiititti haa dubbatuu. Ka tajaajilu, hunna Rabbi naa kenneen jedhee haa tajaajiluu. Ulfinnaa fi baalliin baraa haga bara baraatitti karaa Yesuus Kiristoosiitiin Rabbiif haa ta'u! Amiin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka barsiisu akka waan dubbii Waaqaa barsiisuu titti haa barsiisu, ka tajaajilu'llee huminna Waaqinni isaa kennuun haa tajaajilu, bifa kanaan'llee Waaqinni karaa Yesus Kristositiin waan maraanuu ni galateeffatama, ulfinnaa fi angoon, baraa haga baraa titti'llee isaaf haa taatu, Ameen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami lallabu akka Jecha Waaqaatitti lallabuu ti; ka tajaajilu hunna Waaqi isaaf kenneen tajaajiluu ti; maarre Waaqi waan duudi'iin karaa Yesuus Kiristoosiitiin hin galateeffama. Isaaf ulfinnii fi hunni baraa haga bara baraatitti te'u! Ameen.