1 Peter 4:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Obboleeyyan tiyya! Rakkoon jadduun ta akka ibiddaa guddu haga isin ilaaliisaaf yoo isin dhaqqadde, wonni teetee hin beenne akka isin irra dhaqqaddeetitti hin baaseffatina'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaalaani tiyya, ilaalacha guddo isani gubde d'ukubsitu tana woma insehiina, aka waan wonti nami taka inargiini tahu jirtu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jaallan tiyya, yo ilaallachaan guddoon akka ibidda nama gubuu isantii dhuftee, akka waan wantii namii takka hin argin, isaniitti dhuftee hinmaminaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Goshoota tiyya! Rakkinni isin jiddu'utti akka ibiddaa isin qoru'uuf ta'aaru, akka waan rakkinninii fi ajaa'ibni woyii isinitti dhufeetitti hin maalalfatinaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Goshoota tiyya! Rakkinni isin jiddu'utti akka ibiddaa isin qoru'uuf ta'aaru, akka waan rakkinniniif ajaa'ibni woyii isinitti dhufeetitti hin maalalfatinaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yaa waaheloota! Rakkinna akka ibiddaa titti nu qormmaatu keessatti yoo argamittan wonitti keessummaan hin baratamin akka waan isin qunnamee taasfttanii hin dinqisiifatinaa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleeyyan tiyya! Rakkoon jadduun ta akka ibiddaa guddu haga isin ilaaliisaaf yoo isin dhaqqadde, wonni teetee hin beenne akka isin irra dhaqqaddeetitti hin baaseffatina'a.