1 Peter 4:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Addee akkasii yennaa Kiristoos ulfinna ifiitin mudhatu gammadi keessan guddaa akka te'u, rakkoo isaa worra qoodamu waan teetaneef gammada'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo gammada, maro isani gaargala Kristo qoodattaniifi, aka hojja guddinni isaa mullatu gammadi keesani qit'au.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo gammadaa, akka marroo isan gaargala Kiristoo qoodattaniif, yo guddinna isaatti mullattan gammadii keessan guutamu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa Kiristoos ulfinna ufiitiin mudhatu gammachuun keessan ammo guddaa akka ta'u worra rakkoo isaa qoodamtan waan taataniif gammadaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo hennaa Kiristoos ulfinna ufiitiin mudhatu gammachuun keessan guddaa akka ta'u worra rakkoo isaa qoodamtan waan taataniif gammadaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
kana irra ulfinni Kristosii yeroo itti mulidhatutti haalaan akka gammaddan, haguma qoodamtoota rakkinna isaa taataniitiin, gammadaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addee akkasii yennaa Kiristoos ulfinna ifiitiin mudhatu gammadi keessan guddaa akka te'u, rakkoo isaa worra qoodamu waan teetaneef gammada'a.