1 Peter 4:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maqaa Kiristoosiitiif yoo arraffantane, Ayyaanni ulfinnaa, Ayyaanni Waaqaa waan isin irratti foorfatuuf isin worra badhaadhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ayyaana keesani yo maro maqa Kristotiifi isani arabsani; wonti kunini aka Lubbuuni Waaqa, ta guddinna, gara keesani d'ufte agarsiifti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Kaayoon teessan yo marroo maqaa Kiristootiif isan arabsan; wantii kunin akka Hafuurii Waaqaa, ka guddinnaa gara keessan dhufee garsiifti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maqaa Kiristoosiitiin yoo tuffatamtan, Ayyaanni ulfinnaa, Ayyaanni Rabbii waan isin irratti harabaafatuuf isin worra eebbifame.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maqaa Kiristoosiitiin yoo tuffatamtan, Ayyaanni ulfinnaa, Ayyaanni Rabbii waan isin irratti harabaafatuuf isin worra eebbifame.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waayee maqaa Kristositiif yoo arrabisamittan Hafuurri ulfinnaa jechuun, Hafuurri Waaqaa isin irratti waan ta'uuf, gammadaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maqaa Kiristoosiitiif yoo arraffantane, Ayyaanni ulfinnaa, Ayyaanni Waaqaa waan isin irratti foorfatuuf isin worra badhaadhe.