1 Peter 4:15 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isin keessaa nami rakkoo fudhatu tokko, nama ijjeessee yookiin hatee yookiin yakkee yookiin waan isa hin galchine keessa galiisaan rakkoo hin fudhatin.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isaniini tokoleeni nama ijeeftani yokhaani wo hattani yokhaani wo yakitani yokhaani waan nama keesa seentani ingaargaliina.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isaniin tokkoolleen nama ijeeftanii, yokhaan wa hattanii, yokhaan wa yakkitanii, yokhaanii waan namaa keessa seentanii hin gaargaliinaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin keessaa nama ajjeesu'uun, hatu'uun, nama irratti waan hamaa hojjachu'uun, waan isa hin galchine keessa galee hin rakkatin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin keessaa nama ajjeesu'uun, hatu'uun, nama irratti waan hamaa hojjachu'uun, waan isa hin galchine keessa galee hin rakkatin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin keessaa eennu'llee rakkinna yoo fudhatu akka lubbuu ajjeesa'aa, akka hattu'uu, akka yakkama'aa, akka nama waayee namaa keessa aseenuu hin ta'in.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin keessaa nami rakkoo fudhatu tokko, nama ijjeesee yookiin hatee yookiin yakkee yookiin waan isa hin galchine keessa galiisaan rakkoo hin fudhatin.