1 Peter 4:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre worri akka fedha Waaqaatitti rakkatu, ifi Abbaa dadaa addatama'atti magannee kennatee, waan dansaa ittuma hujuu ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi worri maro fed'ii Waaqati gaargalu, ha huji ufi dansaani harka nama worra uume, ka hojja ch'ufa kakhu ufi guutuuti kennuti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf warrii marroo fedhii Waaqaatiif gaargalu, ha hujii ufii dansaan harka Waaqaa warra uumee, ka yo cufa kakuu ufii guutuutti kennuutii.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu akka fedhii Rabbiititti worri rakkinni irra gayu waan mishaa hojjata'aa lubbuu isaanii Rabbii amanama'atti yaboo haa kennatanii.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu akka fedhii Rabbiititti worri rakkinni irra gayu, waan mishaa hojjata'aa lubbuu isaanii Rabbii amanama'atti yaboo haa kennatanii.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf akka fedha Waaqaa titti namoonni rakkinna fudhatan, gara qaban maraa Waaqa amanama'aaf yaboo kennanii, waan mishaa raawwachuu irraa ufi hin qusatin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre worri akka fedha Waaqaatitti rakkatu, ifi Abbaa dadaa addatama'atti magannee kennatee, waan dansaa ittuma hujuu ti.