1 Peter 4:5 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan ammoo waan godhane kanaaf, Waaqa worra jiruu fi du'etti muriisaaf qophoyeef, deebii mataa ifii hin kennan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo worri kunini ch'ufti waan qara tolche, Waaqa nama jiruufi ka duele qorisa kurfo jiru durati himachu male.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo warrii kunin cuftii waan qara tolche, Waaqaa nama jiruu fi ka du'eelleetti muruu kurfoo jiru duraatti himachuu male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan ammo waan godhan kanaaf Rabbii worra jiranii fi worra du'etti murteessu'uuf qophaaye afo'otti deebii kennan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan ammoo waan godhan kanaaf Rabbii worra jiraniif worra du'etti murteessu'uuf qophaaye afo'otti deebii kennan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu lubbu'uun worra jiranii fi ka du'an irratti murtteessu'uuf ka qophaaye, isaaf deebii itti ni kennan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ammoo waan godhane kanaaf, Waaqa worra jiruu fi du'etti muriisaaf qophoweef, deebii mataa ifii hin kennan.