1 Peter 4:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf Oduun Gammadaa worra du'anelle'eef lallabante; akka kanaan akkuma nama maratti murante nafa isaaniititti hin muranti; ayyaanaan ammoo akka Waaqi jiraatutti jiraatan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro waan kanatifi Odu Dansa worra qara due, ka aka nama ch'ufa nafaani qoraniti odeesani. Wonti worrati odeesanifi aka worri lubbuuni aka Waaqi jiru jiraatu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo waan kanaatiif oduu dansaa warra qara du'ee, ka akka nama cufa nafaan itti muran odeessan. Wantii warratti odeessaniif akka warrii hafuuraan akka Waaqii jiru jiraatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaan worra du'etti Dubbii Nagayaa himameef kanuma. Kunillee fooniin akka namaatitti isaanitti murama. Ayyaanaan ammo akka Rabbi jaalatutti jiraatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sababaan worra du'etti Oduun Nagayaa himameef, kanuma. Kunillee fooniin akka namaatitti isaanitti murama. Ayyaanaan ammoo akka Rabbi jaalatutti jiraatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Worri du'aniif uduu hin hafin wongeelli ka lallabame'llee sababa kanaan, bifa kanaan foon isaaniitiin akka nama kamiituu isaanitti ni murtteeffama, hafuura isaaniitiin garuu bifa jireenna Waaqinni jiraatuu ni jiraatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Oduun Gammadaa worra du'anelle'eef lallabante; akka kanaan akkuma nama maratti murante nafa isaaniititti hin muranti; ayyaanaan ammoo akka Waaqi jiraatutti jiraatan.