1 Peter 4:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Jaalalli cubbuu hedduu waan golluuf, waan duudii caalaa gadhaa tokkoon wol jaaladha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan ch'ufa ira woljaalad'a, wonti akanatiifi jaalalti daba heddu d'ossiti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan cufa irra waljaaladhaa! Wantii akkanaatiif jaalaltii cubbuu hedduu dhossiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jaalalti cubbuu hedduu waan dhossituuf, waa maraa dura jabeessa'aa wol jaaladhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Jaalalti cubbuu hedduu waan dhossituuf, waa maraa dura jabeessa'aa wol jaaladhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Jaalalli cubbuu baayi'ee waan haguugguuf maraa olitti, ufii keessan cimissa'aatii wol jaaladhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jaalalli cubbuu hedduu waan golluuf, waan duudii caalaa gadhaa tokkoon wol jaaladha'a.