1 Peter 4:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Adoo hin gungumin keessumummaa wol fudhadha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gungumsu male, aananifi fooni qabdani woli kenna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Aananii foon qabdan garaa tokkoon walii kennaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guungummii tokko malee wol keessummeessaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Guugummii tokko malee wol-keessummeessaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Guungummii malee ufii keessan keessumumma'aan wol simadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Adoo hin gungumin keessummummaa wol fudhadha'a.