1 Peter 5:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Hunni bara baraa haga bara baraa isaaf teetu! Ameen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni jabeenna ammatiifi ka hegerile argatinna! Amini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jabeennaa fi ulfinnii ammaa fi hegeriillee Isaa haa ta'u! Ee'e jenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaaf ulfinninii fi hunni baraa haga bara baraa haa ta'u! Amiin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaaf ulfinninii fi hunni baraa haga bara baraa haa ta'u! Amiin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Baraa haga baraa titti'llee, ulfinnaa fi humnniti isaaf haa ta'u! Ameen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hunni bara baraa haga bara baraa isaaf teetu! Ameen.