1 Peter 5:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Wolde'i kiristaanaa ka biyya Baabiloonii keessa jiru, ka akkuma keessan filame nageya isinii dhaama; ilmi kiyya Maarqoosille nageya isinii dhaama.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumiini Babiloni, ta Waaqi fohate, nagaya isanii d'aamti, ilmi kiyya Marikoleeni nagaya d'aamata.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gumiin Baabilon ta Waaqii foohate, nagaa isanii dhaamti, ilmii kiyya Maarqosilleen nagaa dhaamaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Woldeenni Kiristaanaa ta Baabilooniin keessatti filatamteertuuf ilmi kiyya Maarqoosillee nagaya isinii dhaamaniiran.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Woldeenni Kiristaanaa ta baabilooniin keessatti filatamteertuuf ilmi kiyya Maarqoosillee nagaya isinii dhaamaniiran.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma keessan ta filatamitte woldeenni obboleettiin amaniti'ii ta Baabiloniin jirttu, nagaya isiniif ni dhiyeessiti, ilmi kiyya Maarqoos'llee nagaya isiniif ni dhiyeessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wolde'i kiristaanaa ka biyya Baabilonii keessa jiru, ka akkuma keessan filame nageya isinii dhaama; ilmi kiyya Maarqoosille nageya isinii dhaama.