1 Peter 5:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Jaalala kiristaanumma'aatiin wol sunqataa nageya wol fuudha'a. Nageenni isin worra ka Kiristoosii teetane maraaf te'u.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'ungo jaalala Kristianatiini nagaya wolfuud'a. Nageenni isani worra Kristo ch'ufa woliini tahinna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nageennii isanii warra Kiristoo cufaa waliin taa'inna. Jaalalaa Kiristaanaatiin nama cufa nagaa ittii nu himaa nu Dhungaadha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jaalala Kiristaanumma'aa ta dhuga'aatiin wol dhungata'aa nagaya wol gaafadhaa'a. Nageenni worra Kiristoosiin keessa jiranii fi isiniillee haa ta'u! Amiin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dhungoo jaalalaatiin wol reebbata'aa, nagaa wol gaafadhaa'a. Nageenni worra Kiristoosiin keessa jiraniif isiniillee haa ta'u! Amiin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Jaalala kristaanumma'aatiin ufii keessanii wol dhungachu'uun, nagaya wol gaafadhaa. Ka Kristosii ka taatan mara keessaniifuu nageenni haa ta'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jaalala kiristaanumma'aatiin wol sunqataa nageya wol fuudha'a. Nageenni isin worra ka Kiristoosii teetane maraaf te'u.